Yuunivarsiitiin Walloo baratoota kuma 1 fi 394 eebbisiise

Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Walloo baratoota muummee garaagaraattiin barsiisaa ture kuma 1fi 394 guyyaa har’aa ebbisiiseera.

Yuunivarsiitichi baratoota idilee, barnoota Gannaa fi fagoon barnoota isaanii hordofaa turani kan ebbisise.

Sirna eebbicharratti Ministir Deetaan Ministeera Raayyaa Ittisaa Ahimad Mahaammadii, hawaasaa yuunivarsiitichaa, maatiin eebbifamtootaa argamaniiru.

Zaruu Kaffaalanyitu gabaase

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment