Yuunivarsiitiin Wallaggaa hawaasa Booranaa hongeen miidhamaniif Birrii miiliyoona 6 deeggarsa taasiise

Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC) –Yuunivarsiitiin Wallaggaa hawaasa Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 6tti tilmaamamuu taasiiseera.

Yuunvarsiitichi barattootaa fi hawaasa Yuunivarsiitichaarraa akkasumas hawaasa naannoorraa walitti qabuun deeggarsa kana taasisuu ibseera.

Deggersichas gara Booranaatti ergeera.

Galaanaa Tasfaatu gabaase

# Oromiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment