Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Wallaggaa Barattoota muummeewwan garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 374 barsiisaa tureeebbisiise.
Yuunivarsirtichi barattoota eebbisiise keessaa 234 digirii jalqabaan, barattoota 422 immoo digirii 2ffaa fi barattoonni 9 digirii 3ffaan ta’uun eerameera.
Galaanaa Tasfaatu gabaase.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.