Yuunivarsiitiin Maqalee barattoota barsiisaa ture 3291 eebbisiise

Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) – Yuunivarsiitiin Maqalee barattoota barsiisaa ture 3291 eebbisiise.
Yuunivarsiitiin Maqalee barattoota barsiisaa ture 3290 digirii Jalqabaan Barataa 1 ammoo Digirii 3ffaa /PHD/n guyyaa har’aa eebbisiiseera.
Barattoota guyyaa har’aa eebbifama keessaa %38 dubbartoota ta’uun ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment