Yuunivarsiitiin Jimmaa barattoota barsiisaa ture kuma 4 fi 311 guyyaa har’aa eebbisiiseera

Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)- Yuunivarsiitiin Jimmaa barattoota barsiisaa ture kuma 4 fi 311 guyyaa har’aa eebbisiiseera.
Sirna eebba barattootaa kana irratti Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Preezdaantii Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa aadde Ma’aazaa Ashannaafii dabalatee qaamoleen garagaraa argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment