Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitiin Jigjigaa fi Dabra Taaboor barattoota muummeewwan barnootaa garaagaraan barsiisaa turan guyyaa har’aa eebbisiisaniiru.
Yuunvarsiitiin Jigjigaa bakka Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahammadii fi keessuummoonni kabajaa biroo argamaniitti barattoota kuma 1fi 766 eebbiseera.
Bifuma walfakkaatuun Yuunvarsiitiin Dabra Taabooris barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 167 eebbisiiseera
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.