Yuunivarsiitiin Finfinnee Dooktoorota Fayyaa 298 eebbisiisaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015(FBC)-  Yuunivarsiitii Finfinneetti Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa Xuqur Anbassaa Dooktoorota Fayyaa 298 eebbisiisaa jira.

Sagantaa eebbaa kanarratti Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa, Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Ityoophiyaa Dooktar Yinnaagar Dasee, Pireezidaantii Yuunivarsiitichaa Piroofeesar Xaasoo Waldahaannaafi keessummoonni biroon argamaniiru.

Eebbifamtoota keessaa 184 dhiirota yoo ta’an, 114 ammoo dubartoota ta’uu eerameera.

Koolleejjichi yeroo 51ffaaf barattoota ogummaa fayyaan barsiisaa ture eebbisiisuu TOI gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment