Yuunivarsiitiin Dambi Doolloo barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Dambi Doolloo barattoota ogummaa garagaraan digirii jalqabaa fi digirii 2ffaan barsiisaa ture marsaa 4ffaaf eebbisiiseera..

Yuunivarsiitichi barattoota ogummaa garaagaraa barachaa turan 574 guyyaa har’aa eebbisiiseera.

Yuunivarsiitiin Dambi Doolloo bara 2009 kan hundaa’e yoo ta’uu, yeroo ammaa barattoota kuma 10 muummee garaagaraan barsiisaa jiraachuu Pireezidaantiin Yuunivarsiitichaa Dooktar Lataa Tasfaayeen eeraniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment