Yuunivarsiitiin Bulee Horaa barattoota isaa 2444 barsiisaa ture eebbisise

Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) – Yuunivarsiitiin Bulee Horaa barattoota isaa 2444 barsiisaa ture eebbisiseera.
Barattoonni kunniin bara barnootaa 2012tti kan eebbifamuu qabamanii fi sababa weerara vaayirasii Koranaan barnoonni addaan cituu isaatin sirni eebbi isaanii bara kanatti kan darbe dha.
Sirna eebba kanarratti hasawaa kan taasisan pirazadaantiin yunivaristii Bulee Horaa Dooktar Caalaa Waataan, sababa vaayirasiin koranaan barnoonni addaan cituus bara kana koranaa ittisuun barnoota isaanii xumuranii akka eebbifaman taasifameeraa jedhan.
Bizu’aalam Beenyaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna
Comments (0)
Add Comment