Yuunivarsiitiin Barnoota Kotobee fi Siviil Sarvisii Itiyoophiyaa barattoota barsiisaa turan eebbisisan

Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Barnoota Kotobee fi Siviil Sarvisii Itiyoophiyaa barattoota Muummee barnoota garaagaraan barsiisaa turan eebbisisaniiru.

Yuunivarsiitiin Barnoota Kotobee barattoota gosa barnoota adda addaan barsiisaa ture kuma 1fi 688 eebbisiseera.

Akkasumas Yuunivarsiitiin Siviil Sarvisii Itiyoophiyaa barattoota muummee barnoota garaagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 269 eebbisiseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment