Yuunivarsiitiin Asoosaa barattoota 1132 eebbisiisaa jira

Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Yuunivarsiitiin Asoosaa barattoota muummee barnootaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1fi 132 eebbisiisaa jira.

Yuunivarsiitichi barattoota digirii jalqabaafi 2ffaa sagantaa Idilee, gannaafi galgalaan barsisaa ture eebbisiisaa jiraachuu eerameera.

Saganticharratti pireezidaantii yuunivarsiitichaa Dooktar Kamaal Abdurahiimaan dabalatee hawaasni yuunivarsiitichaafi keessummoonni kabajaa argamuu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment