Yuunivarsiitiin Arbaa Miinci barattoota barsiisa ture kuma 4 fi 858 eebbisise

Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC ) –Yuunivarsiitiin Arbaa Miinci marsaa 33ffaaf barattoota barsiisa ture kuma 4 fi 858 guyyaa har’aa eebbisiseera.
Yuunivarsiitichi barattoota sagantaa idilee fi al idileen barsiisaa ture digirii jalqabaa, digirii lammaffaa fi digirii sadaffaan barnoota isaanii xumurani kan eebbisiise.
Yuunivarsiitiin Arbaa Miinci yeroo jalqabaaf digirii sadaffaa /PHD/ eebbifamaa tokko eebbisiiseera.
Sirna eebbaa irratti kan argaman Preezdaantiin Yuunivarsiitiin Arbaa Miinci Dooktar Daamxaw Daarzaa eebbifamtoonni oogummaa argataniin biyya isaanii jijjiiruu akka qabaan dhaamaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment