Yuunivarsiitichi hojii baruu fi barsiisuu cinaatti hojiilee hawaasummaarratti xiyyeeffannoon hojjechuu qaba – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) –Yuunivarsiitiin Bahir Daar hojii baruu fi barsiisuu cinaatti hojiilee hawaasummaarratti xiyyeeffannoon hojjechuu akka qabu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad dubbataniiru.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Yuunivarsiitii Bahir Daar Daawwataniiru.

Adeemsa baruu fi barsiisuu cinaatti hojiilee misooma Kuduraa fi Mudurraa yuunivarsiiticha miidhagsuuf hojjetamaa jiru daawwataniiru.

Yuunivarsiitichi hojiilee gochaarratti xiyyeeffatu cimsuu akka qabu dhaamaniiru.

Misoomni kuduraa fi muduraa kunneen hawaasa naannawuchaa fayyadamoo taasiisuu akka qabu hubachiisuu AMC gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment