Yuunaayitiid 2 -1 Liivar Puul

Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Taphni gareewwan masaanuu olaantummaa Maanchiisteer Yuunaayitiidiin xumurame.

Taphni 200ffaan garee lamaanii injifannoo Maanchiisteer Yuunaayitiidiin golobameera.

Taphni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaa Maanchiisteer Yuunaayitidii fi Liivar Puul gidduutti taphatame olaantummaa Yuunaayitiidiin xumurameera.

Tapha Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaan kilaboota masaanuu Kaaba Lixa Ingiliiz darbiin Laankishaayerootaan Maancheen goolii 2 fi 1 kilaba Marsiisaayid Liivar Puul injifateera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment