Yuugaandaan eeyyamaa waaldaalee Siiviikii 50 ol dhorkite

Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Yuugaandaan eeyyamaa dhaabbilee miti mootummaa 50 ol dhorkuun ishee dhaga’aameera.

Waaldaaleen siiviikii dhorkamaniis seeraa fi hojimataa mootummaan baasee hojii olchuu dhaabunii jedhameera.

Dhaabbileen kunneen yeroo hojii itti waliigalaan xumuruurra darbee adeemsa galmee barbaachisuu eeguun qaamolee eeyyama hojii laataan irraa eeyyamaa argachuu dhabuusanii ibsameera.

Hojjeettoonni dhaabbilee kanneenii kuma dhibbaan lakka’aamaan rakkoof saaxilamoo ta’uudhaa kan ibsame.

Maddi:-AL Jeeziraa

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment