Yuubni Gadaa Gujii Bariisoo Bilbiloo boqatan

Finfinnee, Mudde 2, 2015 (FBC) – Yuubni Gadaa Gujii Bariisoo Bilbiloo addunyaa kkanarraa du’aan boqataniiru.

Yuubni guddaan Gadaa Gujii Bariisoo Bilbiloo dhibee isaan muudateen boqachuusaaniitu himameera.

Bariisoo Bilbiloo umrii isaanii guutuu nama jila Sirna Gadaa Oromoo qajeelchaa jiraatanii fi waan aadaa fi gadoomaa nama barsiisaa turan ta’uu eerameera.

Keessattuu lallaba seera Gumii Mi’ee Bokkootiin nama beekkamanii fi aadmalee hambisuuf hayyuu guddaa seera baasaa fi lallabaa turan ta’uu OBN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment