Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Godina geede’oo Aanaa Yirgaa Caffeetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota sadii darbe.
Balichis konkolaataa fe’umsaa gara Mooyaalee imalaa ture doqdoqqee waliin walitti bu’uun lubbuun namoota sadii darbuu ragaan kominikeshinii godinichaarraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.