Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Yeroon Afrikaa ammaa, waloon ta’uun saffisaan sarara hiyyuummaa keessaa ba’uu ni dandeenya jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Qindoomina diinagdee uumuun, qabeenyaa fi beekkumsa keenyaa waliin qindeessuun Ajandaa 2063 Afrikaa milkeessuu ni dandeenya jechuun Fuula Tiwiitarii isaaniin ibsaniiru.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.