Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii duraanii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaa yeroo itti aanu Bakka biyyi na barbaaddutti nan tajaajila jedhan.
Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan Ministir Ministeera Bishaanii fi Inarjii ta’uun kan muudaman Dooktar Injiinar Haabtaamuu Ittifaaf ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Akkasumas Ministira Ministeera Jallisii fi misooma naannolee Gammoojjii ta’uun kan muudaman Injiinar Ayishaa Mahaammadiif ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.