Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Komiishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallash G/Mikaa’eel Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti daayreektara waajjira qorichoota balaa fi to’annoo yakkootaa Afrikaa Bahaa Naayil Walsh waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniin ittisa yakkaa daangaa ce’anii fi hojiiwwan qorannoorratti xiyyeeffataniiru.
Daayreektirichi yakkoota daangaa ce’aan ittisuuf Komishiniin Poolisii Federaalaa oppireeshinii foyya’aa akka taasisuuf tumsa ni taasifna jedhaniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.