Yaa’iin waggaa damee fayyaa 24ffaan Hawaasaatti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Yaa’iin waggaa damee fayyaa 24ffaa Ministeera Fayyaa Magaalaa Hawaasaatti gaggeeffamaa jira.

Yaa’icharratti Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Dastaa Leedamoo, Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa, Ministir Deetaawwan, ogeeyyii Dhabbata Fayyaa Addunyaa fi hoggantoonni naannolee sadarkaa garaagaraa argamaniiru.

Taarikuu Laggasaatu gabaase

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment