Yaa’iin raayyaa ittisaa fi tumsa teeknikaa Ityoophiyaa fi Raashiyaa 10ffaan Mooskootti gaggeeffamaa jira.

Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Yaa’iin raayyaa ittisaa fi tumsa teeknikaa Ityoophiyaa fi Raashiyaa 10ffaan Mooskootti gaggeeffamaa jira.

Kaayyoon waltajjichaa hariiroo raayyaa ittisaa fi tumsa teeknikaa biyyoota lamaanii cimsuudha.

Jila Ityoophiyaa ministir deettaan Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Ambaasaaddar Leelaa Aalam G/yohaannis, jila Raashiyaa ammoo itti aanaan daayreektara tumsa raayyaa fi teeknikaa biyyattii Anaatooliyoo Puunchuuk duursuun walga’icha gaggeessaa jiru.

Ambaasaaddar Leelaa Aalam hariiroo fi tumsa biyyoota lamaanii barootaf ture dinqisiifataniiru.

Comments (0)
Add Comment