Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)- Yaa’iin nageenya waaraa, misoomaa fi waloomaa naannawaa Gaanfa Afrikaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichas Ministeerri Nageenyaa, Yuunivarsiitiiwwan Itiyoophiyaa Bahaattii argaman akkasumas Yuunivarsiitiiwwan Hargeessaa fi Jibuutii walta’uun yaa’icha kan qopheessan ta’uun ibsameera.
Qiddisti Abaataatu gabaase.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.