Yaa’iin misooma humna namaa fi carraa hojii uumuu Afrikaa 2ffaan gaggeeffama jira

Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC)- Sadarkaa Ardiitti Yaa’iin Misooma Humna Namaa fi Carraa Hojii uumuu Afrikaa 2ffaan Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.

Yaa’iichi mata dure ’’Dirree of deeggaru ijaaruuf, Itiyoophiyaatti carraa hojii fuulduraa, misooma ogummaa fi carraa hojii uumuu’’ jedhuun gaggeeffama jiraachuun ibsameera.

Yaa’iichi walta’iinsa Ministeera Hojii fi Ogummaa , Dhaabbata tumsa Misooma Idil Addunyaa Jarman (GIZ), ATD Ityoophiyaa fi tumsa Inistiityuutii Kaappitalaa Baza–Ayiin qophaa’uu TOI gabaaseera.

Yaa’iichaan Ityoophiyaa fi ardiichatti Misooma Humna Namaa fi Carra hojii uumuurratti qamoolee mootummaa, miti mootummaa fi dhaabbiilee dhunfaa waliin mariin kan gaggeeffamuu ta’uun eerameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment