Yaa’iin miseensota Luba Gadaa Shanan Sikkoo Mandoo magaalaa Roobeetti taa’amaa jira

Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) – Yaa’iin miseensota Luba Gadaa Shanan Sikkoo Mandoo magaalaa Roobeetti taa’amaa jiraachuu ibsameera.

Yaa’ii kanarratti abbootii gadaa haadholii siinqee, hooggansi godina Baalee, bulchiinsa magaalaa Roobee fi hoggantoonni paartilee siyaasaa argamaniiru jedhame.

Yaa’ii guyyoota lamaaf turu kanaan dhaloonni aadaaf duudhaa isaatti akka deebi’uuf hojiilee hojjetamuu qabanirratti kallattiin kan kaa’amu ta’uu OBN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment