Yaa’iin Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Hawaasaatti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Yaa’ii 1ffaan Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa mata duree ‘Hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa Badhaadhina hunda galeessaaf’ jedhuun magaalaa Hawaasaatti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ii kanarratti dursaa Itti aanaan Preezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahii, Preezidaantiin Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa Aadde Masarat Masqalee, Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Naannoo Kibbaa Obbo Xilahuun Kabbadaa, Preezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dassitaa Leeddamoo dabalatee hoggantoonni olaanaan mootummaa federaalaa, naannolee fi keessummoonni waamichi taasiifameef argamaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment