Yaa’iin Filannoo waliigalaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Yaa’iin Filannoo waliigalaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Finfinnee Galma Walga’ii Komishinii Diinagdee Afrikaatti gaggeeffamaa jira.

Yaa’icharratti Ministira Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaa dabalatee bakka buutoonni Waldaa Kubbaa Miilaa Idil Addunyaa ‘FIFA’ fi Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa yaa’ii waliigalaa kanarratti himaataniiru.

Filannoon Pireezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa fi hojii raawwachiiftoota biroo guyyaa boruu ni gaggeeffamaan eegama.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment