Finfinnee, Bitootessa 4, 2015(FBC)- Yaa’iin Ejensii Humna Atoomikii Idil Addunyaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichaan deeggarsi ejensichi biyyoota Afrikaa miseensa ta’aniif taasisu kan gamaaggamamu ta’uu ibsameera.
Yaa’ichi har’a irraa eegalee guyyoota shaniif itti fufa jedhameera.
Yaa’icharratti hoggantoonni olaanoon ejensichaa, hoggantoonni olaanoon mootummaa federaalaa fi qorattoonni hirmaachaa jiru.
Malaakuu Gadiftu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.