Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Yaa’iin dureewwan Gamtaa Afrikaa 36ffaan har’as itti fufee gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi mata duree “Hojiirra oolmaa Naannawaa Daldala Walabaa Ardii Afrikaa saffisiisuu” jedhuun kaleessa kan eegalee har’as gaggeeffamuu itti fufeera.
#Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.