Yaa’iin Dureewwan Afrikaa 37ffaan gaggeeffamuu eegale

Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)-Yaa’iin Dureewwan Afrikaa 37ffaan Finfinnee Gamtaa Afrikaatti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’iichi mata duree “Barsiisa Afrikummaa Jaarraa 21ffaa, sirna barnootaa hinraafamne ijaaruun Afrikaatti, waliingahiinsa barnootaa qulqullina qabu, hunda galmeessa mirkaneessuu” jedhuun kan gaggeeffamu eegaleera.
Yaa’iichararti Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Dura taa’aa Koomishini Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Maahimmat, Barreessaa Olanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoommanii Antooniyoo Guteerez ,Dureewwaan Biyyoota Afrikaa, dippiloomatonni fi dhaabbiilee garaagaraa argamaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment