Yaa’iin Chaayinaa-Gaanfa Afrikaa xumurame

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Yaa’iin Chaayinaa-Gaanfa Afrikaa tokkummaa fi walkabajaa haala mirkaneessuun danda’amurratti mari’achuun xumurameera.

Yaa’ichi xumuramuu ilaalchisee ibsa miidiyaaleef kennameen, biyyoonni Gaanfa Afrikaa nageenyaa fi tasgabbii naannawichaa kabachiisuurratti waliin hojjechuuf waadaa galaniiru jedhame.

Yaa’ichi nageenya, misoomaa fi bulchiinsa naannawichaarratti mari’achuun xumuramuu isaa ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment