Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)-Yaa’iin 19ffaa Mana Maree Ispoortii Naannoo Oromiyaa gaggeeffamaa jira.
Yaa’icharratti Ittaanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii fi qoondaaltonni olaannoon naannoo fi godinaalee Oromiyaa biroon argamaniiru.
Yaa’ii kanarratti raawwii hojii Mana Maree Ispoortii Naannoo Oromiyaarratti mari’achuun kallattiin fuulduraa ni kaa’amaan kan eegamu ta’uu ragaan Biiroo Dargaggoo fi Ispoorti Oromiyarra argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.