Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) – Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaan naannoo Tigraayitti kabajameera.
Pireezidaantii FDRI Saahilawarqi Zawdee dabalatee hoggantoonni olaanoon mootummaa Federaalaa fi bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay bakka argamanitti kabajameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.