Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) – Yaadannoon Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaan Embaasiwwan Itiyoophiyaa biyyoota adda addaatti argamanitti kabajameera.
Guyyichi mata duree Adwaa mallattoo Ummattoota Gurraachaa jedhuun Embaasiwwan Itiyoophiyaa biyyoota adda addaatti argamanitti kabajameera.
Guyyaan Qoonsilaa Jeneraala Itiyoophiyaa Jiddaa fi Embaasii Itiyoophiyaa Jibuutiitti argamutti qophiilee garaagaraan kabajameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.