Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaada kolonii harka lafa jalaa osoo hin fudhatiin badhaadhina keenya ni mirkaneessina jedhaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Indaastirii Samaraa eebbisiisuun banaa taasisaniiru.
Muummichi Ministeera sirna eebbichaarratti haasaa taasisaniin Ityoophiyaa’umma jechuun walabummaa fi kabaja jedhaniiru.
Yaada kolonii harka lafa jalaa osoo hin fudhatiin badhaadhina keenya ni mirkaneessinas jedhaniiru.
Alaazaar Taaddalaatu gabaase
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.