Xumurri dorgommii dorgaa dorgee Faanaa Lamiroot boqonnaa 7ffaan gaggeeffame

Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Xumurri dorgommii dorgaa dorgee Faanaa Lamiroota boqonnaa 7ffaan gaggeeffameera.

Injifattootaafis badhaasni Birriin 500,000 laatameera.

Dorgommichaan torbee torbeen weellisaan qabxii gadi aanaa fide  gaggeeffamuun dorgoomtoonni 4 xumuraaf qaqqabaniiru.

Dorgommii har’a gaggeeffameenis Weellisaan Tasfalidat Taaddasaa 1ffaa ba’uun injifataa boqonnichaa ta’uun baadhaafamaa Birrii 200,000 ta’eera.

Weellisaa Heenook Xigaabuu 2ffaa ba’uun 150,000 ta’eera.

Weellisaa Biiniyaam Asinaaqee 3ffaa ba’uun badhaafama Birrii 100,000  fi Weellistuun Mahidaar Dammalaash 4ffaa ba’uun baadhafamtuu Birrii 50,000 taateetti.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment