Xiyyaaraan tajaajilli fe’umsaa Chaayinaa Cheengduu gara Finfinnee eegalame

Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC)- Xiyyaaraan tajaajilli fe’umsaa Magaalaa Chaayinaa Cheengduu irraa gara Finfinneetti eegalamuun eerame.

Sirna eegalchiinsa tajaajilichaa Magaalaa Cheengduutti gaggeeffamerratti bakka bu’oonni Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa, Chaayinaatti qooda fudhattoonni damichaa fi keessummoonni biroon argamaniiru.

Saganticharratti biyyoonni lameen waliigaltee walta’iins misooma tajaajila fe’umsaa mallatteessuu ragaan Chaayinaatti Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment