Finfinnee, Wixabjjii 7, 2013 (FBC)-Muummee Minitiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad filannoo fi Ashaaraan Magariisaa dhugoomsuuf waamichaa dhiyeessaniiru.
Ashaaraa magariisaa keessaan ka’aa, Ityoophiyoonni tokkoo ta’uun guyyichaa guyyaa dimookiraasii seenaa qabeessaa haa taasifnuu jedhaniiru.
Dooktar Abiy torbee har’aas Ityoophiyaanoonni filannoo marsaa 6ffaaf sagalee keenyaa ni laannaa, kunis filannoon biyyattitti jalqabaa haqaa qabeessa fi bilisaa ta’uusaan abdii yaa godhannuu jechuun fuula Feesbuukii isaniirratti ibsaniiru.
Guyyaa diimokaaraasii haa taasifnuu jechuun waamicha dhiyeessaaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.