Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Weerara humni Ameerikaan durfamu Ityoophiyaarratti bane kan balaaleffatu ta’uu dhaabbanni Gamtaa Gurraachotaa Nageenyaaf jedhamu beeksise.
Dhaabbatichi giddu seentummaa humna alaa malee walitti bu’iinsa Afrikaanotaan hiikamuu qaba yaada jedhu kan jajjabeessu ta’uu ibseera.
Dhaabbatichi ibsa guyyaa kaleessaa baaseen kanaan booda Ardii Afrikaatti giddu seentummaan Ameerikaa kan hin barbaachisne ta’uu eereera.
Giddu seentummaa Ameerikaan dhimma Ityoophiyaa, Eeritiriyaa, Somaaliyaa fi biyyoota Afrikaa biroo keessatti taasistu kan balaaleffatu ta’uu ibseera.
Maddi:- TOI
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa
argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com
/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna