Weellisaa Daawwit Naggaa du’aan boqote

Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) –Weellisaa Daawwiti Naggaa (Damana) du’aan boqote.
Wallisaan kun guyyoota afuriin dura dhibee tasa mudateen Hospitaalaa Addis Hiwotittii wal’aanamaa turuun, guyyaa kaleessaa du’aan boqoteera.
Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet maatii, hiriyoottan, firoottanii fi dinqisiifattoota isaaf jajjabina hawwa.
Maahileet Takilabirhaantu gabaase
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment