Wayyaaneen diina Oromoo fi ummata Ityoophiyaati – Obbo Qajeelaa Mardaasaa

Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC) – Wayyaaneen diina Oromoo fi ummata Ityoophiyaa ta’uu kan mirkaneessite gaafuma hundooftuudha jedhan Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii obbo Qajeelaa Mardaasaan.

Wayyaaneen biyya tanaafis ta’ee Oromoof akka hin taane kan beekne,gaafa isaan tarsiimoo biyya kana ittiin bulchan qopheeffataniidha jedhan.

Shaaneen kan jiraattu hamma Wayyaaneen jiraattetti qofa waan ta’eef,xiyyeeffannoon guddaan Wayyaanee balleessuudha jedhaniiru.

Hawaasni yeroo kamuu caalaa nageenya qe’ee isaanii eeggachuu akka qabaatus dhaamaniiru.

Ummanni akkuma kanaan dura Wayyaanee hiddaan buqqisee, nutti deebitee nu hin bulchitu jechuun ofirraa ittisuu akka qabanis dhaamaniiru.

Jibrii Huseentu gabaase.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment