Warshichi lammiilee naannoo Tigraay hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 50 taasiise

Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC) – Warshaan Simmintoo Masaboo lammiilee naannoo Tigraay hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 50 taasiiseera.

Naannichatti hongee mudate hordofee mootummaa dabalatee dhaabbileen garaagaraa deeggarsa taasiisaa jiraachuu ibsameera.

Warshaan Simmintoo Masaboos lammiilee sababa hongeen miidhaman kanneeniif deeggarsa Birrii miiliyoona 50 taasiisuu ragaan warshicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment