Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Warshaan Sukkaaraa Xaanaa Balas Sukkaara oomishuu eegaluu beeksiise.
Warshichi eda halkan sa’aatii 1:00 eegalee Sukkaara Adii oomishuu jalqabeera jedhame.
Maddi Humna Elektirikaa Xaanaa Balas anniisaa maddisiisuu dhaabuun warshichi hojii oomishaa eegalerratti gufuu ta’uu akka danda’u eeramuu ragaan warshichaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.