Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) –Warra Iluu to’achuuf yaadee Humna walitti qabachaa kan ture gareen shororkeessaa ABUT haleellaa Raayyaa Ittisaa fi qaamoleen nageenyaa waloon raawwataniin barbadaa’uu ibsameera.
Hidhattoonni garichaa hedduun kan barbadaa’aan yoo ta’uu, hoggantoota olaanoo garichaa dabalatee hedduun to’atamuu ibsameera.
Raayyaan Ittisaa fi qaamolee nageenyaa gara fuulduraatti imalaa jiraachuu ragaan maddoota addichaarraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.