Warqeen kiiloo giraamni 4.9 seeran ala daddabarfamaa ture to’atame

Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC) – Warqeen kiiloo giraamni 4.9 seeran ala daddabarfamaa ture magaalaa Asoosaatti shakkamtoota lama waliin to’atamuu Poolisiin beeksise.

Hordoffii Poolisiin Federaalaa Poolisii naannoo Beenishaanguul Gumuz waliin taasiisan Warqeen seeraan ala daddabarfamaa ture kun to’atamuu ibsameera.

Shakkamtoonni kunneen warqee kana qophee isaanii keessa dhorksuun wayita dabarsuuf yaalan sakattoo Keellaarratti taasiifameen to’atamuu ragan Poolisii Naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment