Waraanni Raashiyaa Yuukreenitti yeroof dhukaasa dhaabe

Finfinnee,Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Waraanni Raashiyaa Yuukreenitti yeroof dhukaasa dhaabuu dhaga’ame.
Dhukaasa dhaabuun yeroo kun har’aa eegalee magaaloota Yuukreen hedduu keessatti hojiitti kan hiikkamu ta’uu CGTN gabaaseera.
kaayyoon isaas lammiileef daddabarsa deeggarsa namoomaa mijeessuuf ta’uu ibsameera.
Dhukaasa dhaabuun kun yeroo hangamiif akka turu wanti ibsame hin jiru.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment