Wantoota hedduu ce’uun as geenye – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Wantoota hedduu ce’uun as geenye jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Albeen hin luqqifamne, eeboon hin mirmirfamne, kiyyoon hin kaa’amme, shirri hin xaxamne, boolli hin qotamne hin turre. Gargaarsa uumaatiin hundumaa cehaa jirra.

Waraana, weerara Koroonaa, walitti bu’iinsa, weerara hoomaa hawwaannisaa, bu’aa ba’ii Hidha Guddichaa fi rakkoo biroo hedduu ceenerra jedha.

Kanneen biroos ce’aa jirra.

Nuti ceetoota, ceesistoonjis kan hin cabneedha, gamatti hin hafnu, gidduu hin dhaabbannu, injifannoon akka ceenu shakkii tokkooyyuun hin qabnu jechun ibsan.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment