Waltajjiin waloo seera baastootaa magaalaa Hararitti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Waltajjiin waloo seera baastoota biyyaaleessa magaalaa Hararitti gaggeeffamaa jira.

Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoo fi Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar, Pireezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Teediroos Mihirat dabalatee qoomaleen dhimmi ilaallatu waltajjicharratti argamaniiru.

Raawwiin hojii Maree Komishinii biyyaalessaa, Suupparviizhinii, Manneen Murtii, Raawwiin Karoora Tiraanisfoormeeshinii Dhaabbilee Haqaa waltajjirratti dhiyaachuu kan irratti mari’atamu ta’uu ibsameera.

Waltajjichaan kallattii yeroo itti aanuu ni kaa’amaan eegama.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment