Waltajjiin nageenyaa sadarkaa federaalaa, naannolee fi bulchiinsa magaalotaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)- Waltajjiin nageenyaa qaamolee federaalaa, naannolee fi bulchiinsa magaalotaa hirmaachise magaalaa Jigjigaatti gaggeeffamaa jira

Waltajjicharratti Pireezidaanti Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammadii fi Ministir Deetaa Ministeera Nageenyaa Obbo Taayyee Danda’aa dabalatee qaamoleen nageenyaa biroon argamaniiru.

Waltajjiin marichaas gabaasaa dhaabbilee federaalaa filaman, muuxannoo naannolee, kallattiiwwan fuulduree fi dhimmoota biroorratti akka mari’atu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuuk:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment