Waltajjiin mata duree ‘Diyaaspooraan Ijaarsa biyyaaf’ jedhuun gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Muddee 25, 2014(FBC)- Waltajjiin mata duree ‘Diyaaspooraan Ijaarsa biyyaaf’ jedhuun magaalaa Samaaraatti gaggeeffamaa jira.

Maricharratti Preezdaantiin Naannoo Affaar obbo Awwal Arbaa, Ministirri Ministeera Nageenyaa Binnaalf Andu’aaleem, Ministir deetaan Miniseera Nageenyaa obbo Taayyee Danda’aa akkasumas hoggantoonni hojii mootummaa federaalaa fi naannoo argamaniiru.

Waamicha biyyaa fudhachuun gara biyyaa kan dhufaa diyaaspooroonni naannolee Affaarii fi Amaaraa sababa waraanaatin miidhaman daawwachuuf Samaraa galuun isaanii ni yaadatama.

Habtaamu Taklasillaaseetu gabaase

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment